Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 24:23 - KITAABA WAAQA

23 Reefa isaa d'amnaani dachaate waan jette, Malaikaani nuti mullatte, Inni injira nuuni jette, jette.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 24:23
6 Referans Kwoze  

Ammalle, nad'eeni gari ta gumi teenna diirama kana gara awaala d'at'e guddo nu mamsiifte.


Jari gari ka nu woliini jiru gara awaala d'aqe, akuma nad'eeni jette arge, ammo isa d'abani.


Mariamu Magdalene gara jara isaa d'at'e, Anini yayu Aabbo arge jetteeni, ammalle waan inni isiini jed'e worrati himte.


Inni arma injiru, yayu kaasani, akuma inni jed'e. Koota, fulla isa ch'iifsisani ilaala.


Ammo aka inni duisa keesaa kae, ammalle aka isiini isa argite d'ageennaani, d'ugefachu didani.


keesa duunnaani reefa Aabbo Yeso d'abde.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite