Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 23:55 - KITAABA WAAQA

55 Nad'eeni haga lafa Galilaya isa gula d'ufte d'at'e awaala agarte, aka reefa ch'iifsisanile ilaalte.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 23:55
4 Referans Kwoze  

Jaalaani isaa ch'ufaafi nad'eeni Galilaya ta isa gula d'ufte fago ejaanjatte waan kana daawate.


nad'eeni garileeni ta jinniifi d'ukuba fayyite isa gula yaate Mariamu ta Magdalene jed'ani ta jinni torba keesaa baasani;


Mariamu Magdalenefi Mariamu haad'a Yose, fulla Yeso iti awaalani argani.


Mariamu Magdalenefi Mariamuni taani d'aatu awaala teteete.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite