Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 23:53 - KITAABA WAAQA

53 Jennaani maskali ira gabuuse, woya booftatiini mamare, goda d'akha ka taka nama iti inawaaliini keesati awaale.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 23:53
7 Referans Kwoze  

Yusufuni woya boofta bite, isa gadi buuse, woya taaniini mamare, goda d'akha keesaa boch'ani keesati awaale, d'akha toko afaanti gangalche.


Ato inni takaa wollaala tolche d'ara indubbatinile, worra ch'ubbu woliini isa awaalani dureeyyi woliini isa irreesani.


Duuba namichi kunini gara Pilato d'aqe, reefa Yeso kad'ate.


Guyyaani suni guyya Kurfefacha, guyyaani Sabatoleeni la d'iaate.


Fulla isa fannisani suni oobruti jira; oobru suni keesa awaala haraati jira, ka taka nama iti inawaaliini.


Wonti duri, ta waan isaa t'aafani, guutamnaani, worri mukha iraa fuud'e awaale.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite