Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 23:44 - KITAABA WAAQA

44 Lafti guyya gudda geennaani haga saafa dukanoofte.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 23:44
12 Referans Kwoze  

Guyya gudda haga saa sagali lafti ch'ufti dukanoofte.


AABBO Waaqi waan jed'e, Guyya suni anini adu guyya guddaani d'iisise guyya guddaani lafa dukaneesa.


Aduuni indukanoofti, jiileeni aka d'iiga diimata, ato guyyaani guddaani jabaani Aabbo ingahiini.


awaali baname, worri Waaqa ka due ka gari jireennati deebie.


Guyyaani suni guyya waan jila Pasaka kureesani, ammalle lafti guyya gudda. Pilatoni waan Yahudiini jed'e, Hayyu keesani ilaala!


Guddaani askarti ka isa dura eju, aka inni akasi hafuura baafatu arginaani waan jed'e, D'uguma nami kunini Ilma Waaqaati.


Gaargala keesani worra guyya AABBO Waaqi d'ufu guddise eegu! Guyyaani suni maani isanii baha? Guyyaani suni ufiftu isanii dukana, ifsaniti.


Aduuni dukanoofte, jiileeni aka d'iiga diimata, ato guyyaani guddaani jabaani AABBO Waaqaa ingahiini.


Waaqi dukana lafa Misiriti erge, ammo worri Misiri dubbi isaa dide.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite