Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 23:32 - KITAABA WAAQA

32 Ammalle nama lamati jira, ka wo yake, ka isa woliini ijeechaa geesani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 23:32
8 Referans Kwoze  

Isa bira shifta lama fannisani, toko gama mirga, kaani gama bita. [


Shifta lama isa woliini fannisani, toko gama mirga, kaani gama bita.


Tanaafi anini fulla guddinna ta hayyooti gugurdoni irre qabdu teetu isaa kenna. Waan inni fed'i ufitini jireenna ufi baase worra ch'ubbu woliini duefi. Inni ch'ubbu nama heddu fed'ate, ammalle aka ch'ubbu worra suni araaramanifi Waaqa kad'ate.


Achiti Yeso fannisani; isa woliini nama lama d'ibi, mirgafi bita isaa ka inni jiddu jiru fannisani.


Wonti akanatiifi, waan anini isaniini jed'u, T'aafiini inni worra ch'ubbu woliini dua jettu, anaani guutamu malte. Wonti akanatiifi wonti waan kiyya t'aafani inguutamti.


Yeso ufi durati laalla, waan d'ugefachaani teenna haga qaratiifi haga muummele isa keesa jirtuufi. Inni duisa maskali obse, maro gammada isa eegatuufi maskali gubbati duu inch'eerfanne, amma barch'uma Waaqa mirgaani taa.


Wonti akanatiifi yo waan kana ato mukhi dotaatu tolchani, gaafa mukhi goge maani taati?


Waan anini Odu Dansa hasaeefi gaargala, ammalle aka nama wo yake na hid'ani. Ammo dubbini Waaqa hid'aansa keesa injirtu;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite