Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 23:30 - KITAABA WAAQA

30 Gaafasi waan gaareeniini jed'ani. Nurati jiga, ammalle waan kubileeni jed'ani, Nu d'ossa.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 23:30
6 Referans Kwoze  

Gaareenifi d'akhaye yaamani waan jed'ani, Nurati jiga, ila nama barch'uma hayyuma gubba taufi dalansu Ilme Hoola dura nu d'ossa!


Fulla worri Israeli wollaala tolche fiit'e gaara irati waaqoota d'ara kad'atu, ta dira Aveni keesa, imballeesani. Qoraatifi doobiini fulla worri sorio irati baasu irati baati. Worri ufi jibbaate gaareeniini, Nu d'ossa jed'e, kubileeni, Nura jiga jed'a.


Biyyiti goda d'akha keesati d'okhati yokhaani lafa keesati boola qotatti, aka dallansu AABBO Waaqaa duraa baqatani, jabeennaafi guddinna AABBO Waaqa duraa bahani, gaafa inni lafa chochoosu d'ufu.


Jia shanaani suni jari sunini dua barbaada, ammo inargatani; duu fed'ani, ammo doti worra baqatti.


Hojja guyyaani sunini d'ufu worri waan worqifi qarsi ka harkaani boch'ani kad'atani gate, tuqaafi raaree lakisani.


Wonti akanatiifi yo waan kana ato mukhi dotaatu tolchani, gaafa mukhi goge maani taati?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite