Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 23:24 - KITAABA WAAQA

24 Duuba Pilatoni aka waan worri fed'u tolchani mure.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 23:24
7 Referans Kwoze  

Gumi waan hamtu tolchitu gula indeemina, yokhaani gumi d'ara gula yaatu gula baatani d'uga ind'ossina.


Jennaani Pilatoni Baraba gadi lakise, Yeso d'aana jed'e, aka ijeesani harka worrati kenne.


AABBO Waaqi nama nama d'uga gula deemu dabsufi yokhaani nama nama hama baasule diqole infed'u.


Tanaafi Pilatoni, maro inni gumi gammachiisu fed'eefi, Baraba hiikhe, Yeso lichooni d'aane, Fud'ad'a, fannisa jed'eeni.


Jennaani Pilatoni Yeso fuud'e, Lichooni d'aana jed'e.


Ammo jabaatani qonqo guddooni gohani, aka Yeso fannisani kad'atani. Eege gohanti worraa isa dabsate.


Inni nama worri fed'u, ka waan lolatiifi waan ijeechatifi hid'ani kaani hiikhe, Yeso harka worrati kenne aka waan fed'ani tolchani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite