Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 22:56 - KITAABA WAAQA

56 Intalti toko, ato inni fulla ifsa ibida tau, isa agarte ila iti qabde waan biyyaani jette, Namichi kunileeni isa woliini jira.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 22:56
8 Referans Kwoze  

Intalti balbala eeddu taani waan Petroni jette, Atini nama nama kanatiyu? Inni waan jed'eeni, Hiyyo, ani nama isatiiniti.


Lafti galgaloomnaani, inni jara ufi kud'ani lamaanu woliini d'ufe.


Yesoni waan jed'eeni, Isii iraa ch'allisa, maani iraa qabdani? Isiini waan dansa naa tolchite.


Ato Petroni ch'icha dura tau, intalti hojattu qaallicha gudda toko d'ufte waan jetteeni, Atileeni Yeso Galilaya woliini jirta.


Ammalle Yesoni harka ufi ila isaa ira kaye. Duuba namichi millate fayye, waan ch'ufa aka dansa arge.


Ibida ch'icha durati bobeesani qanqamatani, Petroni jiddu worra keesa tae.


Ammo inni mormate waan jed'e, Intala, anini isa imbeekhu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite