Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 22:48 - KITAABA WAAQA

48 Ammo Yesoni waan jed'eeni, Yuda, atini d'ungooni Ilma Nama gurguratta?

Gade chapit la Kopi




Luqaas 22:48
7 Referans Kwoze  

Yo harki nyaapa keeti si madeesele womaniti, ammo d'ungo nyaapa keeti ufira eegad'i.


Dubbini isaa damma ira mioofti ammo garaa isaa keesa jibbaati jira; jechi isaa d'ad'a ira laafa, ammo aka goraade nama mura.


Ato inni ammalle dubbatu gumiini d'ufte; Yudani, ka jara kud'ani lama keesa jiru, worra dura deeme. Inni Yesoti hiiqe aka isa d'ungatu.


Jari isa woliini jiru waan kana arginaani waan jed'eeni, Aabbo, sheeftini d'oomna?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite