Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 21:9 - KITAABA WAAQA

9 Lolafi had'iisa, yo d'ageetani, insodaatiina; wonti kuni qara d'ufu malte, ammo muummeeni diqo ingeenne.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 21:9
13 Referans Kwoze  

Hojja wonti kuni qara taatu, mata olfud'ad'a, olmillad'a, baafami keesani ya d'iaate.


Mala worraa keesa inseeniini, waan worri sodaatu insodaatini.


Inni odu hamtu iti d'uftu insodaatu, d'ugefachaani isaa jabdu, inni AABBO Waaqa d'ugeefata.


Inni waan jed'eeni, Eegad'a, aka isani insobamne. Wonti akanatiifi hedduti maqa kiyyaani d'ufe waan jed'u, Anini isa, ammalle, Hojjaani, ya d'iaatte. Worra akana kana gula indeemina.


Jennaani inni waan worraani jed'e, Gochiti gosaani wolhaati, lafti lafaani wolhaati;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite