Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 21:4 - KITAABA WAAQA

4 Wonti akanatiifi jari kaani ch'ufti hori ufi gudda keesaa baase; ammo isiini hiyyuma ufi keesa hori qabdu ch'ufa baafte.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 21:4
7 Referans Kwoze  

Maand'ichi waan Abbaani jed'e, Aabbo, hori hand'ura kiyya naa qoodi. Jennaani inni hori worra, lachuyu qoode.


Nami tokoleeni ka gaargala qabu worra keesa injiru. Nami oobru yokhaani mana qabu, ch'ufa gurgure, hori suni ch'ufa guure,


Niitiini toko ta d'iigi haga ganna kud'ani lama keesaa yae, ta hori ufi ch'ufa ch'ireeyiti hobaafte, ammo fayyu dad'abde,


Wonti akanatiifi worri ch'ufti hori ufi gudda keesaa wo baase; ammo isiini, hiyyuma ufi keesaa, waan qabdu ch'ufa baafte, hori ufi ch'ufa.


Inni waan jed'e, D'uguma waan anini isaaniini jed'u, Niitiini hiyyeetiini tuni nama ch'ufa ira wo baafte.


Yo isani guddo wo kennu feetani, Waaqi waan isani qabdani ka isani baaftani fud'ata, waan isani inqamne imbarbaadu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite