Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 21:36 - KITAABA WAAQA

36 Hojja ch'ufa eegad'a, kad'ad'a, aka waan d'ufa kana ch'ufa jalaa baatani, Ilma Nama dura ejaanjattani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 21:36
34 Referans Kwoze  

Ee, ijoolle tiyya, Kristo keesa taa, aka yo inni mullate, nu jabaanne, Guyya inni d'ufu inch'eere.


Kurfo taa, eegad'a! Nyaapi keesani Sheet'ani, aka nyeench'a itanaa deeme nama nyaatu barbaada.


Eegad'a duuba, isani guyyafi hojja imbeetani.


Eegad'a duuba, guyya Aabbooni keesani d'ufu imbeetani.


Muummeeni waan ch'ufa ya d'iaatte. Tanaafi ufi tissitani kurfo tau maltani, aka Waaqa kad'attani.


Kurfo taa, d'ugefacha teesani keesa jabaad'a, insodaatiina jabaad'a.


Jennaani Yesoni mammaasa kana worrati hime, aka nami guyya ch'ufa Waaqa kad'achu illakimne.


Isani guyya suni imbeetani, tanaafi eegad'a, irrafiina.


Gara isaa ka dandae jigu isani d'owe, wollaala male gammadaani guddinna isaati isani geesu.


Tataa, Waaqa kad'ad'a, aka ilaalacha keesa inseene. Lubbuuni imfeeti, ammo nafi indandau.


Ammo guyya inni d'ufu eentu dandae obsa? Ammalle yo inni mullatu, eentu dandae dura eja? Inni ibida wo basse qulqulleese saabuna woya t'uri iraa baase qulqulleesu fakaata.


hojja ch'ufa Waaqa kad'ad'a,


Tanaafi waan anini isaniini jed'u ani nama ch'ufaani jed'a: Eega!


Ammo atini hojja ch'ufa ufi qorqorachu malte; gaargala obsi, aka nama Odu Dansa barsiisu tahi, huji Waaqa ch'ufa guuti.


Hojja ch'ufa kad'ad'a, indad'abiina, ilaafiina, Waaqaa galata deebisa.


Inni nama dansaa ka Waaqa sodaatu, isaafi worri isaaleeni. Inni guddo maro Waaqatiifi wo namaa kenne, guyya ch'ufale Waaqa kad'ata.


Nama ch'ubbu gaafa qorsuma Waaqi wollaala iti mura, inni gumi worra d'ugaa keesa fulla inqabu.


Inni Waaqa guddati ingammada? Inni hojja ch'ufa Waaqa iyyaamata?


ammo d'iirafi nad'eeni, ta taka tana duisa keesa kaasani, haga hegeri teetu, wolinfuutu.


Tanaafi wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Yonadabuni, ilmi Rekabu, d'aloota isaa keesa nama d'iira ka na hojatu ind'abu.


Yeso waan jed'eeni, Geedalti goda qabdi, simpirreleeni mana qabdi, ammo Ilmi Nama fulla mata ufi keyatu inqabu.


Waan kana qaabad'a: Abbaani mana, yo sila hojja hattuuni d'uftu beekhe, mana ufi iraa d'owa.


Maro waan kanatifi, hojja ch'ufa kurfo tahu maltani. Ilmi Nama hojja isani insehanne d'ufa.


Malaikaani waan jetteeni, Anini Gabrieli, ka fuula Waaqa dura ejatu, ana siti ergani aka odu dansa tana siti himu.


Wonti akanatiifi guyyaani suni nama ch'ufati d'ufa ka lafa ch'ufa keesa tau.


Nu imbeenna aka Waaqi ka Aabbo Yeso duisa keesaa kaase, Yeso woliini nule duisa keesaa kaase isani woliini fuula ufi duraani nu d'ufu.


Wonti akanatiifi guyyaani guddaani worrati dalanani ya d'ufe. Eentu dandae dura eja? jed'ani.


Eegi waan kana anini millad'e gumi namaa guddo arge nami tokoleeni dandae nama suni ch'ufa inhedu! Gumiini suni lafa ch'ufa, gosa ch'ufa, afaani ch'ufa keesa baate, barch'uma guddafi Ilme Hoola dura ejaanjate woya adaadi keyate, dame qoone harkati qabate.


Jennaani anini malaika torbaani ta Waaqa dura ejaanjitu arge; magalata torba worraa kennani.


D'ugaani lamaani suni mukha ejersa lamaaniifi ifse lamaani ta fuula Abba lafa dura ejaanjitu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite