Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 21:31 - KITAABA WAAQA

31 Akasuma, hojja waan kana ka tahu argitani, aka Finni Waaqa d'iaate beetani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 21:31
7 Referans Kwoze  

Woltingungumiina, oboleyaani, aka Waaqi isani inqorre. Abbaani qorsuma balbala dura eja.


Akuma t'aafiini jettu, D'iotu, nami d'ufu jiru ind'ufa, inturu.


Muummeeni waan ch'ufa ya d'iaatte. Tanaafi ufi tissitani kurfo tau maltani, aka Waaqa kad'attani.


Daba iraa deebia, Finni gubba ya, d'iaate.


D'uguma waan anini isaniini jed'u, D'aloota kuni indabru, haga wonti kuni ch'ufti guutamtuuti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite