Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 21:3 - KITAABA WAAQA

3 Inni waan jed'e, D'uguma waan anini isaaniini jed'u, Niitiini hiyyeetiini tuni nama ch'ufa ira wo baafte.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 21:3
13 Referans Kwoze  

Yo isani guddo wo kennu feetani, Waaqi waan isani qabdani ka isani baaftani fud'ata, waan isani inqamne imbarbaadu.


Jennaani Petroni waan jed'e, D'uguma anini ya hubad'e aka Waaqi nama tokole wolindabarsine ch'ufa qit'e takati heregu.


Dira kana keesati Herodefi Pontio Pilatoni gosa d'ibiifi gosa Israelitiini wold'aqani, aka Yeso, hojattu tante qulqullo, ta atini Kristo tolchite ijeesani.


D'uguma, waan anini isaniini jed'u, inni gudda hori ufi ch'ufa namicha suni tolcha.


Ammo waan anini d'uguma isaniini jed'u, Jari gari ka arma jiru haga Finna Waaqa ila ufitiini arguti induu.


Ammo d'uguma waan anini isaniini jed'u, Nad'eeni d'iirsi iraa due hedduti lafa Israeli keesa jira bara Eliya, ka bokeeni ganna sadifi jia jaa oole, beelti guddooni lafa ch'ufa d'ufte.


ammalle niiti hiyyeeti d'iirsa inqamne toko ta dururu lama achi keesa buuftu arge.


Wonti akanatiifi jari kaani ch'ufti hori ufi gudda keesaa baase; ammo isiini hiyyuma ufi keesa hori qabdu ch'ufa baafte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite