Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 21:28 - KITAABA WAAQA

28 Hojja wonti kuni qara taatu, mata olfud'ad'a, olmillad'a, baafami keesani ya d'iaate.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 21:28
11 Referans Kwoze  

Uumama ch'allaaniti, nu ka mid'aani qara ka Lubbu qamnu, nuleeni, ato aka Waaqi d'ufe ilmaani isaa nu tolfate nu baasu teteenne eegannu imboonayu.


Lubbu Qulqullo Waaqa ilaalefachiisiina; Lubbuuni tunini beesisa Waaqa ka isani gubba jiru, ka aka guyyaani isani balchoomsani d'ufu agarsiisu.


Uumami ch'ufti haga Waaqi ilmaani ufi mullisuuti abdi guddooni eega.


Waaqi jara inni fohate, ka halkani guyya isa yaamatu, indubbatufi? Inni hurrise inqarqaaru?


Lubbuuni tuni qabdo teenna, aka nu waan Waaqi nu kakhate argannu nu agarsiifti, ammalle aka Waaqi balchoomsa d'uga worra ufiti kennu himti. Guddinna isaa faarsina!


Niitiini toko ta jinniini haga ganna kud'ani saddeeti fayya d'owarte achi jirti; isiini gajette dandeete aka dansa olinqajeltu.


Jennaani Yesoni mammaasa kana worrati hime waan jed'e, Odafi mukha ch'ufa ilaala.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite