Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 21:19 - KITAABA WAAQA

19 Obsa akasi ch'allaani lubbu teesani baaftani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 21:19
26 Referans Kwoze  

Isani obsu maltani, aka fed'i Waaqa tolchitani, waan inni kakhate argattani.


Nami ch'ufti maro tiyyaafi isani jibba. Ammo nami haga muumme obsu imbaafama.


wonti akanatiifi isani imbeetani, aka hojja d'ugefacha teesani laalatani iti gamani obsafi jabeenna argattani.


Waan atini aka anini, Obsi siini jed'e, obsiteefi, anini gaargala lafa ch'ufati d'ufe nama lafa ch'ufa ilaalatu duraa si baasa.


Gaargala keenna keesaleti ingammanna, waan nu aka gaargali obsaani d'ufu beennuufi;


Nami gari waan dansa tolcheti guddinnaafi ulfinnafi jireenna ind'umanne barbaadata: nama akana kana Waaqi jireenna hegeri kennaafi.


Nama qabu fed'ani inqabani; nama sheeftiini ijeesu fed'ani inijeesani. Worri Waaqaa obsafi d'ugefacha qabaachu male.


Obsi tai waan AABBO Waaqi si tolchu eegad'i; nama woi horatu, ka yokhaani mala ufi hamaani woi argatu, waan isaa mamte, heredde ufi ingaargalchini.


Jari qulqullooni ka seera Waaqa guute d'ugefacha Yeso jabeesu, waan kana obsu male.


Fed'iini teenna guddooni, aka isani owa amma qabdani kana, haga muumme teetanini, aka wonti isani heregatani ch'ufti isanii taatu.


Wonti akanatiifi nu Waaqafi Abba keenna durati qaabanna, aka isani d'ugefacha teesani hujiini hojattani, aka jaalalti teesani huji guddo isani tolchisiifte, ammalle aka abdiini teesani Aabbo Yeso Kristo keesa jabdu.


Ammo nami haga muumme obsu imbaha.


Anini Yohana oboleesa keesani; Yeso keesa nu gaargalafi Finna isatiifi obsa woliini arganna. Waan anini dubbi Waaqatiifi d'uga Yesoni mullise odeeseefi, lafa bisaani marsani, ta Patmo jed'ani, keesa jira.


Abrahamuuni obse jennaani waan Waaqi iti kakhate argate.


Aabbooni jaalala Waaqaatiifi obsa Kristoni namaa kennuti isani akheekhiina.


Ammo yo waan ingarre abdanne, obsaani eeganna.


Mid'aani biyye dansa keesa jigani suni jara dubbi d'ageennaani garaa d'ugatiifi dansaani qabate obse mid'aani baasu fakaatani.


Anini obse, qarqaarsa AABBO Waaqa ira eegad'e; jennaani inni na ch'aqase boha tiyya d'agaye.


Wonti akanatiifi waan t'aafi keesati t'aafani ch'ufa aka nu barsiisaniifi t'aafani, aka nu abdi maro jabeennaafi obsa t'aafiini nuu kennitu argannu.


Anini waan kana ch'ufa d'agaye hollad'e, hid'iini tiyyaleeni chochooti. Nafi kiyyaleeni laafe, miili kiyyaleeni na jalati roraa. Anini guyya Waaqi worra nu had'u gaargalchu ch'alliseti eega.


obsi amalani d'ufa, amali abdiini d'ufa.


Ammo qorqorad'a aka obsi suni aka dansa huji ufi guute, isani qit'ooftani woma imfitanne.


hubacha teesaniti ufi qorqorti darad'a; ufi qorqorti teesaniti obsa darad'a; obsa keesaniti jireenna Waaqa darad'a;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite