Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 21:11 - KITAABA WAAQA

11 lafti guddo chochoti, fulla heddu beelafi d'ukubati d'ufa; waan nama mudamsisatifi akheekha guddati gubba mullata.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 21:11
8 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi guddaani tassa d'ufe, mandie lafa chochoose, bubbe isaniti erge, ibida lafati kaye akanaani isani baasa.


Anini akheekha guyya suni gubbafi lafa iraleti agarsiisa; d'iigafi ibidaafi aarale lafati buusa.


Lafti toko lafa d'ibi haati, hayyuuni toko hayyu d'ibi had'a. Fulla ch'ufa beelafi lafa chochoititi d'ufa;


Jennaani inni waan worraani jed'e, Gochiti gosaani wolhaati, lafti lafaani wolhaati;


Ammo waan kana ch'ufa durati isani qabani gaargalchani, maneeni Waaqa iti kad'atani duraani isani d'ufani, mana hid'aansa keesa isani buusani; maro tiyyaafi hayyootafi jaallaba dura isani geesani.


Nami gorjama argu hojuma suni mudame lafa d'aa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite