Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 20:44 - KITAABA WAAQA

44 Daudinu, Aabbo isaani jed'e; duuba Kristoni akami dandae ilma isaa taha re?

Gade chapit la Kopi




Luqaas 20:44
10 Referans Kwoze  

Anini Yesoni, ya malaika tiyya isaniti erge, aka waan kana gumiti himu. Anini hiddafi d'aloota Dauditi; anini bakalcha ganamaani ifsu.


Nami tokoleeni dandae aka aadaani teenna d'ossa qabdu imormu! Inni nafa namatiini d'ufe, aka inni qajeela Lubbuuni himte, malaikaleeni isa agarte. Gosa ch'ufati waan isaa odeesani, lafa keesati isa d'ugefatani, guddinnaani gubbati olfuud'ani.


Ammo hojjaani geennaani, Waaqi Ilma isaa erge. Haad'a namati isa d'ale, Seera Yahudi keesaa d'alate,


worri d'aloota jaarole duriiti, Kristoleeni d'aloota gula gosa worraati. Waaqa ka waan ch'ufa fidu haga jiru ha guddisani! Amini.


Halkani kana dira Daudi keesa Qarqaarsi ya isanii d'alate, ka Kristo Aabbo jed'ani.


Ilaala, intalti dubra garaachoofte ilma deeti. Maqa isa Imanueli baasani. Akasi jechaani Waaqi nu woliini jira jechu.


Duuba amma AABBUMA Waaqati akheekha sii kenna: intalti dubra garaachoofte, ilma deete, maqa isaa Imanueli baaftiifi.


haga anini nyaapa kanke barch'uma miila keti tolchuuti.


Ato nami ch'ufti d'agayu, inni waan jara ufitiini jed'e,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite