Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 20:41 - KITAABA WAAQA

41 Yesoni waan worraani jed'e, Nami akami, Kristoni ilma Daudi jed'a?

Gade chapit la Kopi




Luqaas 20:41
14 Referans Kwoze  

Kunini kitaaba maqa worra Yeso Kristoni keesaa d'alate. Yeso Kristoni d'aloota Daudi, Daudini d'aloota Abrahamu.


Inni raaga, waan Waaqi isati kakhate imbeekha: Waaqi isati kakhate aka d'aloota isaa keesa nama toko aka isaa hayyu tolchu.


T'aafiini, Kristoni d'aloota Daudi keesaa baha, ammalle Bethlehemu, dira Daudi keesati d'alata jettiyu?


Anini Yesoni, ya malaika tiyya isaniti erge, aka waan kana gumiti himu. Anini hiddafi d'aloota Dauditi; anini bakalcha ganamaani ifsu.


Akasuma anini hojattu tiyya Daudi wold'aqisa woliini tolfad'e, aka d'aloota isaa keesaa nama hayyu tahu ind'amne. Ammalle anini qaalole gosa Lawi wold'aqisa woliini tolfad'e, aka isiini hojja ch'ufa; naa hojatu; wold'aqisa suni lachu dandaani inch'absani.


Yesoni achi deemnaani jari ballaani lama isa gula yae waan jed'eeni, Ilma Daudi, nuu nahi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite