Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 20:34 - KITAABA WAAQA

34 Yesoni waan worraani jed'e, D'iirafi nad'eeni lafa tana wolfuuti;

Gade chapit la Kopi




Luqaas 20:34
7 Referans Kwoze  

Abbaani hojattu kiyyiba kaani maro qarooma isatiifi guddo saade; wonti akanatiifi nami waan lafa tana gula deemu nama ifsa gula deemu ira mala lafa tanaa beekha.


Gaafasi haga guyyaani Nuhuni hobolo seene lolaani d'ufe worra ch'ufa balleese gahuti, nyaatani d'ugani wolfuud'ani.


Nami ch'ufti fuud'a ulfeesu male, d'iirsafi niitiini wollakisani gara d'ibi yau himmalle. Waaqi worra waan hamtu tolchuufi algala wollaala iti mura.


Maro waan kanatifi t'aafiini, d'iirti abbaafi haad'a ufi lakifte niiti ufitiini taka taati, jari lamaani nafa takaa taha jetti.


Nami Ilma Nama miid'u araarama argata; ammo nami Lubbu Qulqullo miid'u haga jiru jireenna araarama inargattu.


Gaafa worri duri due kau, isiini niiti eennu taati? Torbaanu ya isi fuute.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite