Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 20:25 - KITAABA WAAQA

25 Duuba Yesoni waan jed'eeni, Yoosi, waan Kaisari Kaisarii baasa, ammo ka Waaqa Waaqaa baasa.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 20:25
11 Referans Kwoze  

Duuba waan tolchitani ch'ufa, yo nyaattani d'uuddanile, maro guddinna Waaqaatiifi tolcha.


Ammo Petrofi ergattuuni d'ibiini waan jetteeni, Nu nama ira Waaqa ch'aqasu malle.


Yesoni waan jed'eeni, Waan Kaisari, Kaisarii baasa, ammo waan Waaqa, Waaqaa baasa. Worri guddo waan isaa mame.


Ka hayyu Kaisari jed'ani. Jennaani Yesoni waan jed'eeni, Yoosi hayyu waan isaa male baasa, Waaqale waan maleefi baasa.


Yo taatele, nu worra kana dalansiisu imfeenu. Gara galaana, d'aqi, t'urura keesa buusi, duuba qurt'umi qara qabdu fuud'i, afaani isii gargari qabi, beese keesati argatta. Fuud'i, anaafi sile baasi.


Ilma kiyya, AABBO Waaqa sodaad'i, hayyule saalfad'i. Nama worra kana lamani didu, wahela tolfatte gula indeemini;


Nami wo barsiisu ha dubbuma Waaqaa barsiisuti; nami hojatu ha jabeenna Waaqi kennufiini hojatuuti; aka waan ch'ufa keesati Waaqa faarsani, Yeso Kristo, ka guddinnaafi jabeenna haga hegeri qabu keesa. Amini.


Me, shilingi toko na agarsiisa. Matafi maqa eennuti irati t'aafisa qaba? Waan jed'ani, Ka Kaisari.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite