Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 20:2 - KITAABA WAAQA

2 waan jed'aniini, Atini jabeenna kamiini waan kana nama barsiifta yokhaani eennuti jabeenna kana ch'ufa sii kenne? Nuti himi!

Gade chapit la Kopi




Luqaas 20:2
13 Referans Kwoze  

Ammo namichi fulla injirre kaani waan isaani jed'e, Eenuti hayyufi jaallaba keenna si tolche?


Jennaani Yahudiini waan jetteeni, Akheekha kami nu agarsiifta, ka atini waan kana ch'ufa tolchitu?


Namichi waan jed'eeni, Eentu hayyufi jaallaba keenna si tolche? Akuma kale namicha Misiri suni ijeefte nale ijeesu feeta? Jennaani Musani sodaate waan ufiini jed'e, Ada woni anini tolche ya beekhamte!


Isani guddo mata jabaattani, garaani keesani ind'ugefatu! Gurri keesani dubbi Waaqa ind'agayu! Guyya ch'ufa Lubbu Qulqullo diddani; aka ababooti teesani tolchite, isanileeni akasuma tolchitani.


Gaafa toko, ato Yesoni nama barsiise Odu Dansa Mana Waaqa keesati odeesu, qaalole gugurdofi jari Seera beekhu jaarole woliini isati d'ufani


Inni waan jed'eeni, Anileeni dubbi toko isani gaafad'a, nati hima!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite