Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 20:16 - KITAABA WAAQA

16 Inni d'ufe hojattu taani balleese oobru nama d'ibiti kenna. Biyyiti waan kana d'ageennaani waan jette, Waan hamaati!

Gade chapit la Kopi




Luqaas 20:16
24 Referans Kwoze  

Ammalle nyaapa kiyya kaani, ka aka anini mohad'u dide, armaani koota, na durati gogoraa.


Jennaani Paulofi Barnabani garaa jabaatani waan jed'ani, Dubbi Waaqa qara isaniti hasau malani. Ammo maro isani diddani jireenna hegeri ka isanii male argachu dad'abdanifi nu gara gosa d'ibii d'anna.


Worri waan jed'eeni, Inni d'uguma worra daba suni fit'eti, oobru nama d'ibiti kenna, ka qooda mid'aani yo hojjaani geete, isaa kennu.


Hayyuuni guddo dalane, askarti ufi erge, worra nama ijeese suni ch'ufa fit'e dira worrale gube.


Yoi zabibu murani geennaani, inni tissele ufi erge, aka qooda mid'aani argatu.


Abbaani oobru maani tolcha yoosi? Inni d'ufe, jara oobru hojatu balleese, oobru harka nama d'ibiti kenna.


Tanaafi oobru zabibu keesa alati baasani ijeesani. Abbaani oobru zabibu maani worra tolcha duuba?


Hiyyo, akasiiniti! Yo nami ch'ufti d'ara dubbatele, Waaqi kama d'ugaa. Akuma t'aafiini jettu: Yo atini dubbattu aka d'uga dubbattu argu malani, yo si qorani d'uga argachu malte.


Hiyyo, akasiiniti. Yo Waaqi waan d'uga intolchine inni akamiini lafa qora?


Nu d'ugefachaani Seera balleesina re? Hiyyo, akasiiniti! Seera jabeesina.


Hiyyo, akasiiniti! Nu gara dabaatiini ya doone, akami yoosi haga jirru ch'ufa daba keesa teenna?


Maani re? Waan nu Seera jala injirre ammo eeba Waaqa jala jirruufi daba tolchina? Hiyyo, akasiiniti.


Maani jenna re? Seeri dabdicha jenna? Hiyyo, akasiiniti. Ammo Seerati aka dabi jiru na barsiise jenna. Wonti akanatiifi ato sila seeri, Woma ind'araiini naani injed'iini, anini d'arayu waan imbeekhu.


Yoosi waan dansati na ijeese? Hiyyo, akasiiniti. Dabati na ijeese; dabi waan dansa fuud'e duisaani nati d'ufe, aka wonti isii ch'ufti mullattu. Tanaafi dabi maro seeratiifi haga durile ira hamaate.


Maani jenna re? Waaqi d'uga imbeekhu? Hiyyo, akasi injennu.


Anini isani gaafad'a duuba, Waaqi ya gumi ufi dide? Hiyyo, akasiiniti. Nafi kiyya gosa Israeliti, d'aloota Abrahamu, balbala Benjamini.


Woni anini gaafad'u: Gaafa Yahudiini gufate isiini ya jidde badde? Hiyyo akasiiniti. Maro worri dabeefi baafami ya gosa d'ibiti d'ufe, aka akasiini Yahudiini worra qot'iftu.


Isani aka nafi keesani mita Kristo imbeetani? Anini mita Kristo toko fuud'e nafa sharmut'a tolcha? Hiyyo, intaatu!


Yo, ato nu Kristo keesa d'uga nuu heregani barbaannu, ammo akuma gosa d'ibi daba nurati argani Kristoni waan dabaatiini d'ufe re? Hiyyo, akasiiniti!


Wonti kunini aka Seeri khakhu Waaqaatiini morku agarsiifti? Hiyyo, akasiiniti! Wonti akanatiifi yo Seera nama jireesu namaa kennani, nama dandaani Seeraani d'uga hereganiifi.


Ammo, anini waan maskali Aabbo Yeso Kristo ch'alla saada; maskali tanaafi lafti gara kiyyaani doote, anileeni gara lafaatiini due.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite