Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 2:48 - KITAABA WAAQA

48 Isa arginaani guddo mamani, duuba haati waan jetteeni, Gurba, atini maafi akana nuu tolchite? Anaafi abbetileeni guddo naane si barbaanne.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 2:48
5 Referans Kwoze  

Jennaani inni waan jed'eeni, Maafi na barbaaddani? Aka anini mana Abba kiyya keesa tau male imbeetani?


Ato inni tae hasau, haad'afi oboleyaani isaa ala ejaanjani isaani dubbachu fed'ani.


Nami ch'ufti ka isa ch'aqase mame, maro dubbi dansa ta afaani isaa keesaa baateefi maadefate, waan jed'ani, Kunini ilma Yusufutiniti?


Gaafa Yesoni huji ufi iti keyate ganni isaa sodomafa; nami ilma Yusufu isa sehe, Yusufuni ilma Eli.


Filiponi Nathanieli arge waan jed'eeni, Nu namicha Musani waan isaa kitaaba Seera keesati t'aafe, ka ammalle raagootileeni kitaaba ufi keesati t'aafte ya agarre. Yeso ilma Yusufu nama Nazareti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite