Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 2:43 - KITAABA WAAQA

43 Jilti hobaate jennaani, ato biyyiti galtu, Yesoni Yerusalemuti hafe. Abbaafi haati isaa quba inqabani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 2:43
5 Referans Kwoze  

Ammalle AABBO Waaqi waan jed'e, Haga bulti torba qit'a bukho inqamne nyaad'a; guyya qara waan bukho fakaata ch'ufa maneeni keesani keesaa balleesa wonti akanatiifi yo nami tokoleeni waan bukho qaba nyaate, bulti torba suni keesati, nama suni gumi Israeli keesaa kutani.


Jennaani hayyuuni Yuda ka Amazia, jed'anifi jari isaa mala d'au wolti d'ufani, mala worra Israeliti d'aatani, qonqo gara hayyu Israeli, ka Yoashi ilma Yehoazi, ka ilma Yehuti, erge waan jed'eeni, kooti, woli haana.


Ganni isaa kud'ani lama geennaani akuma aada worra gula jila d'aqani.


Ammo waan inni gumi woliini jiru sehani, duuba guyya toko ch'ufa deemnaani fiit'afi wahela keesa isa barbaadani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite