Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 2:23 - KITAABA WAAQA

23 Wonti akanatiifi Seera Waaqa keesati waan t'aafani: ilma angafa ch'ufa Aabbo Waaqa baasu malani jed'ani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 2:23
7 Referans Kwoze  

Ilmaani d'iira ta angafa ta nad'eeni gosa Israeli d'alteefi ilme hanch'afa ta horiini worraa goroomuma d'ale ch'ufa naa baasa, isiini tiyya.


Mid'aanifi daad'i teesani keesaa sorio naa baasa; ammalle ilmaani teesani ta d'iira ta angafa naa kenna.


Wonti qara d'alate, namafi horile taanaani, ka worri Israeli na baasu, kanketi; ammo ilmaani angafa ch'ufafi yokhaani waan horini goroomuma d'ale ch'ufa, ta qulqullo intahini, beese baasa, deefad'a.


Ilma d'iira ka angafatiifi waan horiini goroomuma d'ale ka hanch'afa ch'ufti kiyya.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite