18 Nami ch'ufti ka waan tissituuni himte d'agaye guddo mame.
Biyyiti ch'ufti maadefate waan woliini jette, Dubbini tuni maani? Inni humnafi jabeennaani jinni seera, duuba isiini nama keesaa baate.
Nami isa d'agaye ch'ufti beekhumafi jecha isaa guddo maadefate.
Abbaafi haati isaleeni dubbi Simeonini waan gurba dubbate guddo mamani.
Anaafi ilmaani AABBO Waaqi naa kenne kunooti. AABBO Waaqi guddaani, ka gaara Sioni gubba tau, yayu nu erge, aka nu akheekhafi beesisa worra Israeliti taanu.
Waan kana arginaani odu gurba ta d'agayani taani odeesani.
Ammo Mariamuni dubbi suni garaa ufi keesa keyatte heredde.