Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 2:17 - KITAABA WAAQA

17 Waan kana arginaani odu gurba ta d'agayani taani odeesani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 2:17
10 Referans Kwoze  

Worra kanketiti gali, aka Waaqi waan guddo sii tolche namati odeesi. Namichi dira ch'ufa keesa dedeeme waan Yesoni isaa tolche odeese.


Isani, nami Waaqa sodaatu ch'ufti koota ch'aqasa, duuba anini waan inni naa tolche ch'ufa isaniti odeesa.


Isiileeni hojuma suni d'ufte Waaqaa galata deebifte, waan gurba diqa kana nama baafama Yerusalemu eegatu ch'ufati odeesite.


Jennaani biyyiti AABBO Waaqa d'eetu woliini haasoofte, AABBO Waaqi waan worri jed'e ch'aqase dubbi worraa d'agaye. Isa durati kitaaba toko t'aafani, ka waan worra AABBO Waaqa d'eete isaa saalfatule, keesati t'aafani.


Duuba titimaani yaani Mariamufi Yusufufi daima gombo keesa rafisani argani.


Nami ch'ufti ka waan tissituuni himte d'agaye guddo mame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite