Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 19:48 - KITAABA WAAQA

48 Ammo waan isa tolchani d'abani, maro nami ch'ufti dubbi isaa gurra tokooni ch'aqaseefi.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 19:48
8 Referans Kwoze  

Duuba achiti Fulla Fullo Bisaani, ta biyyiti woltibaateti, inni Seera haguma ganama iti keeyate guyya guddati d'aabe worraa soome, nami ch'ufti aka dansa qalbi tokooni ch'aqase.


Niitiini toko, ta Lidia jed'ani, ta woya didiimtu gurgurtu, ta dira Thiatira, ta Waaqa guddiftu, nu ch'aqafte. Aabbooni garaa isi bane, isiini waan Pauloni jed'e d'ageete.


Inni guyya ch'ufa mana Waaqa keesati barsiisuu jira. Qaalole gugurdofi jara Seera beekhufi jaaroleeni gugurdoleeni kara isaani ijeesani barbaadani.


Gaafa toko, ato Yesoni nama barsiise Odu Dansa Mana Waaqa keesati odeesu, qaalole gugurdofi jari Seera beekhu jaarole woliini isati d'ufani


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite