Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 19:47 - KITAABA WAAQA

47 Inni guyya ch'ufa mana Waaqa keesati barsiisuu jira. Qaalole gugurdofi jara Seera beekhufi jaaroleeni gugurdoleeni kara isaani ijeesani barbaadani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 19:47
17 Referans Kwoze  

Qaalole gugurdofi jari Seera beekhu akasi d'ageennaani kara isaani ijeesani malatani. Ammo maro gumiini ch'ufti barsiisa isaa maadefatteefi isa sodaatani.


Hojuma suni Yesoni gumiti dubbate waan jed'e, Maafi sheeftifi bokuuni d'uftani na qabdani, aka waan anini shifta tahe. Guyya ch'ufa anini Mana Waaqa keesa tae nama barsiise, ammo gaafasi na inqamne.


Yesoni waan jed'eeni, Anini diideese nama ch'ufaati dubbad'e, anini guyya ch'ufa maneeni Waaqa iti kad'ataniifi Mana Waaqa gudda keesaleti fulla Yahudiini iti wolwoldeetuti barsiise, d'ossaani woma indubbanne.


Maro lameeso isa qabu fed'ani, ammo harka worraa duraa bahe.


Ka gari sila isa qabu fed'a, ammo nami tokoleeni harkaani isa intunne.


Musani Seera isanii inkennine? Ammo isani tokoleeni Seera inguuttani. Maafi na ijeesu feetani?


Guyya lamati hafe ato Pasakafi jilti Qit'a bukho inqamne ingahiini. Qaalole gugurdofi jari Seera beekhu aka d'ossaani Yeso ijeesani mariatani.


Aka inni dubbi tana worraa jed'e, mammaakhe beennaani, jari Yahudi gugurdaani Yeso qabu fed'e. Ammo gumi sodaatani, tanaafi lakisani biraa yaani.


Yesoni Mana Waaqa olseene; ato nama barsiisu, qaalole gugurdofi jari gugurdaani Yahudi isati d'ufani waan jed'aniini, Atini jabeenna kamiini waan kana tolchita? Eentu jabeenna kana sii kenne?


Anini guyya heddu Mana Waaqa keesa isani woliini jira, aka nama barsiisu, ammo isani na inqamne. Ammo t'aafiini ha guutamtu.


Ammo waan isa tolchani d'abani, maro nami ch'ufti dubbi isaa gurra tokooni ch'aqaseefi.


Qaalole gugurdofi jari Seera beekhuleeni isa qabu fed'ani hojuma suni, ammo biyya sodaatani; wonti akanatiifi aka inni mammaasa kana worraafi jed'e imbeekhani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite