Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 19:15 - KITAABA WAAQA

15 Inni hayyuma ufi fud'ate, gallaani hojattu taani ta hori iti kenne yaame, aka waan daldalaniini argatani ilaalu.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 19:15
9 Referans Kwoze  

Ammo hojattuuni imbeenne, ta waan d'aanicha male tolchitu, d'aanicha diqa argati. Nama waan guddo iti kennani waan guddo ira fed'ani; ka waan guddo harka isati kennani waan hagasi iraa guddo iraa fed'ani.


Abbaani hojattu taani guddo ture gadi deebie, henna suni ch'ufa worra woliini tolche.


Ammo nami lafa suni isa jibbe, d'aamsa isa gula ergani waan jed'ani, Aka nami kuni hayyu keenna tahu nu imfeenu.


Namichi qara d'ufe waan jed'eeni, Aabbo, shilingiini tante la maro kud'ani d'alte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite