41 Ana maani si tolchu feeta? Inni waan jed'eeni, Aabbo, lafa argu fed'a.
Waan tokole inqulqulliina, ammo kad'acha teesani ch'ufa keesati waan feetani ch'ufa Waaqa kad'ad'a guyya ch'ufa galata Waaqaa deebisa.
Ammo yo waan ingarre abdanne, obsaani eeganna.
Duuba Yesoni miila d'aabate, Natiini koota jed'e, Inni d'umnaani Yesoni waan jed'eeni,
Yesoni waan jed'eeni, Lafa argi! D'ugefachaani tante la si fayyifte.