Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 18:30 - KITAABA WAAQA

30 ammatitana waan guddo hagasi iraa argata, eege tanale jireenna hegeri argata.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 18:30
19 Referans Kwoze  

Jennaani eegi Ayubuni jaalani isa taani sadeeni Waaqa kad'ate. AABBO Waaqi ammalle isa horsiise, waan inni duri horate kaani ch'ufa ira harka lama kenneefi.


Nami gurra qabu waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nama dabsatu anini sagale manna jed'ani ta d'ossani kennaafi. Ammalle ch'abbi adi ta maqa hareesa irati t'aafani, ka nama argatu male nami d'ibiini imbeenne kennaafi.


Nami Ilma Nama miid'u araarama argata; ammo nami Lubbu Qulqullo miid'u haga jiru jireenna araarama inargattu.


D'uguma aadaani Waaqa guddo nama duroomsiti, yo nami suni waan qabu quufe.


Fayyafi irreeni nafaa wo namaa darti, ammo fayyafi irreeni lubbu kara ch'ufaani wo namaa darti, maro jireenna ka ammatiifi ka hegerile namaa kennituufi.


Anini maro dubbi teetifi gammada gudda qaba aka nama beese guddo lafaa argate.


Anini seera kanke worqi worqi ch'ufa ira dansale ira jaalad'a.


Anini aada tante haga jiru jireenna injabeesa, isiini waan garaa kiyya gammachiisaati.


Dubbini tante akami mioofti isiini damma irale nati mioofti!


Seeri kanke ka atini na barsiifte qarsifi worqile ch'ufa ira woi naa baha.


Wonti diqooni nami d'ugaa qabu, waan guddo nami ch'ubbu qabu ira jirti;


Nama dabsatu anini d'awatu tiyya barch'uma kiyya ira teesisa, akuma anini dabsad'e amma Aabbo woliini barch'uma isaa ka guddinna ira tau.


Gaargala d'ufu insodaatiini! Ch'aqasi, Sheet'ani isani gari mana hid'aansa keesa buuse isani ilaalata; haga bulti kud'ani d'ipatani gaargaltani. Haga dootuuti nama d'ugefatani tahi, duuba anini eebafi jireenna sii kenna.


Tanaafi gurri isaa lafa Shamu ch'ufa gahe, nama d'ukuba qabuufi ka fayyad'abaani gaargale, ka jinni qabu, ka gagabdufa, ka naafatele isatiini d'ufani, inni worra ch'ufa fayyise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite