Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 18:22 - KITAABA WAAQA

22 Yesoni akasi d'ageennaani waan isaani jed'e, Waan toko fitate; waan atini qabdu ch'ufa gurguri, hiyyeeyi qoodi, duuba hori gubba argatta, duuba deebii, na gula kooti.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 18:22
16 Referans Kwoze  

Waan qabdani gurgura, eebaani wo namaa kenna. Subba indulomane mid'aafad'a, hori gubba jiru ka inhobaamne olkeyad'a, fulla hattuuni iti ind'iaanne yokhaani fulla bilaachi imballeesine.


Yesoni waan jed'eeni, Yo d'uguma qit'e tahu feete, waan qabdu ch'ufa gurguri, hiyyeeyi qoodi, duuba durooma gubba argatta, kooti na gula deemi.


Duuba anini waan isaniini jed'u, Hori lafa tanatiini jaala tolfad'a, aka hojja horiini d'umate mana hegeriti isani yaamani.


ammo waan toko ch'alla fed'ani. Mariamuni yayu waan ira dansa fohatte, isi iraa imfuud'ani.


Ammo waan kana inded'ina, jaalaani tiyya! Waaqa durati guyya tokofi ganni kunki tokoleeni haguma taka.


D'uguma oboleyaani, anini waan argad'e ufi insehu; ammo wonti anini barbaadu, aka waan na duuba jira lakise waan na dura jira iti hit'efad'u.


Jennaani inni waan worra ch'ufaani jed'e, Yo nami na gula d'ufu fed'e ha ufi mormate hojja ch'ufa maskali ufi baate na gula deemu.


Anini waan toko ch'alla AABBO Waaqa kad'ad'a, waan toko ch'alla isaa iraa fed'a: aka haga jiru ch'ufa mana AABBO Waaqa keesa tae mid'aaguma isaa mame, Mana isaa keesati isa kad'ad'u.


Inni waan jed'eeni, Waan kana ch'ufa haguma ijoollumati ya guute.


Ammo waan kana d'ageennaani namichi guddo laalefate, waan inni guddo dureesatiifi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite