Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 18:20 - KITAABA WAAQA

20 Atini seera imbeeta, d'iirafi nad'eeni wolbarate garayu wolintolfatini inijeesiini; inhatiini; nama tokole d'araani inhimatiini abbeetiifi haateti saalfad'u.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 18:20
15 Referans Kwoze  

Seeri, d'iirafi nad'eeni wolbarate garayu woliintolfatini: Nami inijeesiini; inhatiini; womayu ind'araiini jed'ufi ka d'ibiini ch'ufti seera oboleesa kanke aka ufi jaalatu jaalad'u jed'u keesa jira.


Jechi abbeetiifi haateti saalfad'a jed'u kakhu d'ibi iti darani qaba;


Ijoolle, waan ch'ufa keesa worra keesani saalfad'a; wonti akanatiifi Aabbooni akana fed'a.


Nami tokoleeni maro waan Seeri fed'u tolchuufi Waaqa ira d'uga inargatu: Seeri aka nami daba tolchu ch'alla nama agarsiisa.


Waan isani jettaniini, waan AABBO Waaqi isaniini jed'u ch'aqasa, Worra ekhera yaamatu inch'aqasina — wonti worri isaniini jed'u woma isaani imbaatu.


Yesoni waan jed'eeni, Maalifi dansa naani jetta? Nami dansaani tokoleeni injiru, Waaqa male.


Inni waan jed'eeni, Waan kana ch'ufa haguma ijoollumati ya guute.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite