Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 17:31 - KITAABA WAAQA

31 Guyya suni, nami mana gubba jiru, ka mihi isaa mana keesa jiru, gadi bue inguuratiini; akasuma nami oobru keesa jiruleeni indeebiini.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 17:31
8 Referans Kwoze  

Hojja suni nami lafa Yahudi keesa jiru ha gareeniti baqatuti; nami dira keesa jiruleeni ha keesaa bahu; nami ala jiruleeni dira inseeniini.


Atini waan guddo barbaadachuu jirta? Imbarbaadatini. Anini badii nama ch'ufati d'ufuniti jira. Ammo atini fulla baatu ch'ufa lubbu teetiini inuma baata. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.


Yo waan lafa ch'ufa argatani ammo jireenna ufii d'abani, maani namaa baati? Nami maani dandae gati jireenna ufiti baasa?


Tanaafi anini isaniti hima, Jireenna yokhaani nyaata d'ugaati, yokhaani waan nafaati uyifatani ind'ind'insiina. Jireenni liqimsa ira injiru: Yokhaani nafi woya ira injiru:


Jennaani Sheet'ani waan jed'eeni, Nami waan qabu ch'ufa lubbuuni bitata, atini akasi beeta?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite