Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 16:29 - KITAABA WAAQA

29 Ammo Abrahamuuni waan jed'eeni, Worri Musafi raagoota qaba, ha dubbi worraa d'agayaniti.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 16:29
13 Referans Kwoze  

Wonti akanatiifi Musani haga duriiti nama dubbi isaa hasau qaba, dira ch'ufa keesa; ammalle guyya Sabato ch'ufa maneeni Waaqa iti kad'atani keesati soomani.


Haga Musafi raagi ch'ufati iti keyate, waan isaa ka t'aafi keesati t'aafani ch'ufa worraa diige.


Seera Musatiifi t'aafiini raagoota haga Yohana nama batisu ch'alla jabeenna qabdi; duuba achii asi Odu Dansa ta Finna Waaqa odeesani, nami ch'ufti finna suni irreeni seenu jira.


Kitaaba AABBO Waaqa ka waan bineensa keesati t'aafani barbaada sooma. Bineensa kana tokole keesa ind'abdani, inni ch'ufti d'alaafi korma qaba. Nami bineensa kana wolti baase AABBO Waaqa, isumati wolti yaame.


Waan isani jettaniini, waan AABBO Waaqi isaniini jed'u ch'aqasa, Worra ekhera yaamatu inch'aqasina — wonti worri isaniini jed'u woma isaani imbaatu.


Kitaaba raaga Isaya iti kennani, saannaani fulla dubbi tana iti t'aafani arge:


AABBO Waaqi waan gumi isaatini jed'e, Fulla woldeenna karaa ejaanja wo ilaala kara dullachaafi kara iraa dansa gaafad'a! kara suni gula yaa, nagaya argattani. Ammo worri waan jed'e, Hiyo nu kara suni gula iyyaanu.


Isani worra Seera gula yau fed'u, anini wo gaafad'a: waan Seeri jed'u ind'ageetaniiyu?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite