Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 16:10 - KITAABA WAAQA

10 Nama waan diqooni d'ugefatani waan guddoleeni d'ugefatani; ammalle nama waan diqooni d'arefatani waan guddoleeni d'arefatani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 16:10
9 Referans Kwoze  

Abbaani waan jed'eeni, Aka d'iiraa tolchite, atini aka dansaa daldalte, tanaafi anini waan guddo harka keetiti kenna. Kooti, woliini gammanna.


Inni waan jed'eeni, Aka dansa tolchite, atini garbicha dansa! Waan atini nama d'uga taate waan diqo guuteefi dira kud'ani mohad'u.


Abbaani waan jed'eeni, Aka d'iiraa tolchite, atini aka dansaa daldalte, tanaafi anini waan guddo harka keetiti kenna. Kooti, woliini gammanna.


Akuma Musani duri huji Waaqa ch'ufa guute, mana isaa keesati, akasuma Yesoleeni huji Waaqi isa fohateefi guute.


Inni dubbi tana naasu hiyyeeyitiifi injenne, ammo waan inni hattu tahe, hori subbati naqani guuratuufi jed'e.


Akuma Yudani qit'a fud'ateeni, Sheet'ani isa keesa seene. Duuba Yesoni waan jed'eeni, Waan tolchu feetu hurrisi tolchi.


Sheet'ani layu Yuda Iskariote, ilma Simoni, keesa seene, aka inni Yeso gurguru heresiise. Eegi worri sagale nyaataa tatae,


Hojattuuni d'ugatiifi qarooni tami? Inni ka abbaani isaa gudda hojattu ch'ufaa tolche, aka sagale hojja saatiini geetu kennuufi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite