Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 15:12 - KITAABA WAAQA

12 Maand'ichi waan Abbaani jed'e, Aabbo, hori hand'ura kiyya naa qoodi. Jennaani inni hori worra, lachuyu qoode.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 15:12
7 Referans Kwoze  

Wonti akanatiifi worri ch'ufti hori ufi gudda keesaa wo baase; ammo isiini, hiyyuma ufi keesaa, waan qabdu ch'ufa baafte, hori ufi ch'ufa.


Ammo ilmi kanke kunini ka hori kanke sharmut'a irati hobaase d'umnaani atini raada gabbo taani qalteefi.


nama lafa tana keesati quufu jalaa naa baasi. Gaargala atini worraa hereddeeni worra gaargalchi; gaargali sunini ha ilmaani worraatifi ilmaani ilmaani worrale ch'ufa d'aqabuuti!


Ammalle Yesoni waan jed'e, Duri nama tokoti jira ka ijoolle lama qabu.


Eegi bulti diqo toko ilmi maand'ichi hand'ura ufi gurgure, ch'ufa beese deebise, kae lafa fago d'aqe; achiti hori ufi kara hamaani maro tokotu nyaate balleese.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite