9 namichi siifi isa yaame kaani d'ufe hegeri waan siini jed'u, Nama kana duraa kai, duuba atini ch'eerte fulla d'ibi teeta.
Ufi saaditini baditi nama geesiti, kiyyibileeni duani nama gaha.
Nama ufi guddisu inch'eersani, ammo nami ufi inguddimne qarooma argata.
Nami qarooni gurra dansa argata, ammo daalleeni ch'eeruma ufiti darti.
Huji nami daba iraa deebiu tolchu tolcha. Abbaani keenna Abrahamu ufiini injed'ina. Waan anini jed'u, Waaqi d'akha kana keesa ilmaani Abrahamu mid'aasu indandaa.
Akasi jennaani nyaapi isaa ch'ufti ch'eere; gumiini ch'ufti waan dansa inni tolcheefi gammadde.