35 Lafafi fulla huura iti haranile himmalle; alati gatani. Nami gurra qabu ha d'agayu.
Yo gurra qabaattani d'agaya.
Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu!
Nami gurra qabu waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nama dabsatu anini sagale manna jed'ani ta d'ossani kennaafi. Ammalle ch'abbi adi ta maqa hareesa irati t'aafani, ka nama argatu male nami d'ibiini imbeenne kennaafi.
Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nami dabsatu duisa lameesotiini ingaargalu.
Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nama dabsatu anini mid'aani mukha jireenna, ka oobru Waaqa keesati bahu, nyaachisa.
Nami na keesa inteenne, akuma dame alati gatani, gatani duuba ingoga; damele suni wolti guurani ibidati naqani gubani.
Dubbini tuni gurra keesani keesa ha seentu! Ilma Nama harka namati kennani.
Mid'aani gari fulla biyye dansa jigani, baanaani mid'aani d'ibbaa d'alani. Dubbi tana jennaani Yesoni waan jed'e, Nami gurra qabu ha d'agayuuti.
Nami gurra qabu ha d'agayu.
Ammo inni waan jed'eeni, Aabbo, ganna kanale laki, haga anini qote kossi jalati naquuti.