Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 14:3 - KITAABA WAAQA

3 Yesoni jara Seera beekhufi Farisayooni waan jed'e, Guyya Sabato nama fayyisitiini fullaa mo fullaaniti?

Gade chapit la Kopi




Luqaas 14:3
10 Referans Kwoze  

Namicha toko ka harki rifateti achi jira. Jennaani aka sila Yeso himatani waan jed'aniini, Guyya Sabato nama fayyisitiini fullaa mo fullaaniti?


Yesoni waan worraani jed'e, Dubbi toko anini isani gaafad'a: Guyya Sabato waan dansa mo waan hamtu tolchani? Lubbu baasani mo inijeesani?


Jennaani waan biyyaani jed'e, Guyya Sabato aki waan dansa tolchani fullaa mo fullaaniti? Lubbu baasani mo inijeesani? Ammo worri isa gula dubbachu dide ch'allise.


Yo nami guyya Sabato qabanqaba qabate, aka aada Musa inch'absine, isani maafi nati dalantani, waan anini nama toko guyya Sabato aka dansa fayyiseefi?


jennaani qaallichi Seera toko aka isa ilaalatu wo isa gaafate waan jed'e,


Farisayooni waan kana arginaani waan Yesoni jette, Ilaali, jari kanke waan guyya Sabato tolchu himmalini tolcha.


Duuba namichi toko ka harkafi miili itae isa dura ch'iise.


Ammo worri inch'allise. Yesoni namicha qabate fayyise ufira galche.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite