Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 14:20 - KITAABA WAAQA

20 Nami d'ibiini waan jed'eeni, Anini d'io niiti fuud'e, tanaafi aka d'ufu inqabu.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 14:20
7 Referans Kwoze  

Hojja nami d'io nad'eeni fuud'e, huji askarti yokhaani huji ala d'ibi, ta worra ira isa fageesitu, intolchini; isa ganna toko huji iti inkennina, ha worra keesa tae niiti isaa woliini gammadani.


ammo nami niiti qabu waan lafaa herega maro inni niiti ufi gammachiisu fed'uufi;


Nami d'ibiini waan jed'eeni, Anini t'indi shani ta qotiyo bitad'e, d'aqe ilaalu male; na eebisi, d'ufu indandau.


Garbichi kaani gallaani waan kana ch'ufa abba ufiti hime. Duuba abbaani kaani dalane waan garbicha ufitiini jed'e, hurrisi, deemi, karaafi daandi dira keesa dedeemi, hiyyeeyifi naafafi ballafi nama hokoluuni kooti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite