Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 14:16 - KITAABA WAAQA

16 Ammo Yesoni waan isaani jed'e, Namichi toko jila guddo tolche nama heddu yaame.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 14:16
11 Referans Kwoze  

Lubbufi intalti fuud'a, kooti jetti. Nami waan kana d'agaye ch'ufti ha kooti jed'uuti. Nami dubbi qabu ch'ufti ha d'ufuti nami fed'u bisaani jireenna ha gati male d'uguuti.


Ch'aqasi! Anini balbala dura eje d'ad'au jira; yo nami qonqo tiyya d'agaye na bane, anini iti olseene, isa woliini nyaad'a, innileeni na woliini nyaata.


Worri Israeli aka askarti jabaate, aka nama daad'i d'uge gammada. Ilmaani worraa waan kana agarte, waan AABBO Waaqi tolche iraa gammaddi.


Anini ya oobru tiyya seene, niiti tiyya bad'aaso. Anini qumbifi qayya kiyya wolti guure dammafi jiisa kinisale nyaad'e, daad'ifi aanani kiyyale d'ugu jira. Nyaad'a d'uga, worra woljaalatu, haga isani jaalalaani machooftaniti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite