Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 14:15 - KITAABA WAAQA

15 Gumi teete sagale nyaattu keesa namichi toko waan kana d'ageennaani waan Yesoni jed'e, Ayyaana isati ka sagale Finna Waaqa keesati nyaatu.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 14:15
8 Referans Kwoze  

Jennaani malaikaani waan naani jette, Waan kana t'aafi: Ayyaana worra fuud'a Ilme Hoolati yaamani. Malaikaani waan jette, Tunini dubbi d'uga ta Waaqi dubbate.


Isani mesa kiyya gubbati nyaattani d'uddani, barch'uma guddinna ira teetani gosa kud'ani lama ta Israeli qortani.


Nami mirga bitaa d'ufe, oli gadi d'ufe, Finna Waaqa keesati sagale nyaatani.


Gowoleeni taani d'ad'a d'ibi bitachu d'at'i, iti d'aabannaani, abbaani fuud'aa d'ufe. Dubriti kurfo taate taani jila fuud'a olduude, balbala ch'ufani.


Ayyaana hojattu suni ta abbaani yo gale kurfo argu! D'uguma, waan anini isaniini jed'u, inni mart'ifate worra teteesise, d'ufe gololcha.


Me ilaala, nami hedduuni mirga bitaa d'ufe Abrahamufi Isaaqofi Yakobo woliini Finna gubba keesa taani.


Waan anini jed'u, anini deebie inyaad'u haga Pasakaani Finna Waaqa keesati qit'ooftuuti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite