Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 13:28 - KITAABA WAAQA

28 Achiti bootani ilkaani qartani hojja Abrahamufi Isaaqofi Yakobofi raaga ch'ufa Finna Waaqa keesati agartani; ammo isani alati gatani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 13:28
15 Referans Kwoze  

Hojattu woma imbaane tana d'aqa, dukana keesa ala buusa; achiti bohe ilkaani qara.


Duuba hayyuuni waan tisseleeni jed'e, Harkafi miila wolti hid'a, alati baasa, ha achiti bohe ilkaani qaru.


Ammo nama daafanafi kiyyibafi hamafi nama nama ijeesufi algalaafi ka murma baafatufi ka waan harkaani boch'ani guddisuufi ka nama sobu, fullaani worraa galaana ibidaati, ka duisa lameeso.


Beesisi qorsuma Waaqa ta d'ugaa kana, maro waan kana ch'ufatiifi isani Finna Waaqa ka isani amma gaargalufiti jirtani kana ya maltani.


Ammo moga dira, worra hamamafi falfaltufi algalaafi ka nama ijeesufi ka waan harkaani boch'ani kad'atuufi nama dubbifi hujiini kiyyibuuti jira.


Kara kanaani aka Finna Aabbo keennafi Qarqaarsa keenna Yeso Kristo ka hegeri argattani isani tolchani.


Fulla ekherati guddo gaargale; olmillaannaani Lazaro ka bobaa Abrahamu jala tau fagoti arge.


Gumi teete sagale nyaattu keesa namichi toko waan kana d'ageennaani waan Yesoni jed'e, Ayyaana isati ka sagale Finna Waaqa keesati nyaatu.


Dira Kapernaumu, ehayi, gubbati ufi olfuud'u feeta? Ammo qile si buusani!


Abbaani kaani gargari isa ch'ich'ire jara kikiyyibani wolti dara. Achiti bohe ilkaani qara.


Ibida balaliuti guurti, achiti bohani ilkaani qarani.


ibida balaliu keesaa gati; achiti bohani ilkaani qarani.


Ch'ubbichi waan kana arginaani dallana; inni ilkaani qare baqe badda; abdiini isaa ya haga jiru jireenna iraa bade.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite