Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 13:26 - KITAABA WAAQA

26 Duuba isani waan jettani, Nu woliini teteenne nyaanne d'unne, atini dira keenna keesati barsiifte.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 13:26
5 Referans Kwoze  

Worri guyya ch'ufa na kad'ate waan jed'u, Nu kara kanke barbaanne, seera kanke guutu feena; nu seera d'uga siraa feena, ammalle sileeti d'iaachu feena.


Waaqa beenna ufiini jed'ani, ammo hujiini worraa ind'areesiti. Worri nama jibbani, namale inch'aqasu, waan dansa tokole dandae intolchu.


nama aada Waaqa guutu ufi tolchani, ammo jabeenna isi didani. Jara akana kana ira fagaad'u.


Huji nami daba iraa deebiu tolchu tolcha. Abbaani keenna Abrahamu ufiini injed'ina. Waan anini jed'u, Waaqi d'akha kana keesa ilmaani Abrahamu mid'aasu indandaa.


Ammo inni waan jed'u, Anini fulla isani baataniifi imbeekhu. Fuula kiyya dura fagaad'a, isani ch'ufti worra dabaati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite