Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 13:20 - KITAABA WAAQA

20 Ammalle Yesoni waan jed'e, Finna Waaqa maani wolfakeesa?

Gade chapit la Kopi




Luqaas 13:20
4 Referans Kwoze  

Duuba d'aloota kana maanti akheekha? Aka ijoolle gabaya keesa teteete jaalaani ufi yaamtu jira, ta waan woliini jettu.


Yesoni mammaasa d'ibi worrati hime waan jed'e: Finni gubba nama sanyi dansa oobru ufi keesati oobre fakaata.


Inni duuba waan jed'e, Finni Waaqa maani fakaata? Maani woli fakeesa?


Bukho fakaata, ta nad'eeni fuute mid'aani guddo ka daakhaniti nat'u, haga ch'ufti bukhaaniti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite