Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 13:16 - KITAABA WAAQA

16 Jaartiini tuni, ta dubra Abrahamu, ta Sheet'ani ganna kud'ani saddeeti hid'e, guyya Sabato hid'aansa kana keesa bahu himmalle?

Gade chapit la Kopi




Luqaas 13:16
11 Referans Kwoze  

Inni waan worraani jed'e, Sabato maro namatiifi mid'aasani male, nama maro Sabatotiifi inuumne.


Duuba qalbiini worraa deebinaani t'urura Sheet'ani worraani qabe mohate keesaa baqatani.


Oboleyaani, ilmaani d'aloota Abrahamufi isani ch'ufa ka Waaqa sodaattani, dubbi baafama tana gara keenna ergani.


Abbaani keesani Sheet'ana, ammalle d'araa abba keesani tolchu feetani. Inni haguma duriiti nama ijeesa, d'ugale woma ira inqabu, waan d'ugaani isa keesa injirreefi. Yo inni d'ara dubbate akuma ufi dubbata; wonti akanatiifi inni kiyyiba, abba d'araati.


Yesoni waan jed'eeni, Arra baafami la mana kana d'ufe, waan innileeni ilma Abrahamutiifi.


Huji nami daba iraa deebiu tolchu tolcha. Abbaani keenna Abrahamu ufiini injed'ina. Waan anini jed'u, Waaqi d'akha kana keesa ilmaani Abrahamu mid'aasu indandaa.


Jennaani Yesoni waan jed'eeni, na biraa deemi, Sheet'ana t'aafiini waan jettu Aabbo Waaqa kanke ch'alla guddisi isuma ch'alla hojad'u!


Jennaani lalabe waan jed'eeni, Aabbo Abrahamu, naa nahi, Lazaro nati ergi aka fiit'e quba isaa bisaani keesa kaye araba kiyya qabaneesu; anini ibida kana keesati gubachuu jira.


Inni gaargala dukana kaani keesaa worra baase, sansalata worraani hid'anile ch'ach'abse.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite