Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 12:22 - KITAABA WAAQA

22 Jennaani Yesoni waan jara ufitiini jed'e, Wonti anini, Waan sagale yokhaani woya uyifatani inqulqulliina jed'eefi tana.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 12:22
7 Referans Kwoze  

Waan tokole inqulqulliina, ammo kad'acha teesani ch'ufa keesati waan feetani ch'ufa Waaqa kad'ad'a guyya ch'ufa galata Waaqaa deebisa.


D'araa hori gula imbadiina; waan qabdani sifefad'a. Wonti akanatiifi Waaqi waan jed'e, Anini haga jiru isani illakisu; haga jiru isani biraa indeemu.


Anini isanii woi yaaddani imfed'u. Nami nad'eeni inqamne waan huji Aabbo herega, waan inni Aabbo gammachiisu fed'uufi;


Tanaafi waan nyaattani d'uddani qulqulltani imudamiina.


Yo Mana Waaqatiifi jaarolefi nama gugurda dura isani geesani, waan deefattaniifi waan dubbattani iyaadiina.


Wonti akanatiifi jireenni sagale ira jira, nafileeni woya ira jira.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite